Ministeera Barnootaa
-
Odeeyfannoo
Barattoonni Yuunivarsitii daree osoo hin seeniin doormiitti akka baratan murtaa’e
Labsii muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad, tamsa’ina Vayrasii koroonaa ittisuuf guyyoota 15’f manneen barnootaa akka cufaman jechuun baase hordofuun, Ministeerri…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Barattoonni gara Yunivarsitii deemuun dura waliigaltee kan mallatteessan tahuu ibsame
Barattoonni haarawni bara kana Yunivarsitii seenanii fi buleeyyiin, gara Yunivarsitii deemuu dura Waajjira barnootaa aanaalee isaaniitti argamutti unka walii galtee…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Ministeerri Barnootaa Barattoonni Qabxii isaanii irratti hundaa’uun Filannoo ramaddii Yunivarsitii kan sirreeffachuu danda’an tahuu beeksise
Ministeerri saayinsii fi barnoota olaanaa ramaddiin barattoota bara kanatti Yunivarsitii seenan, damee barnoota Saayiinsii uumamaa, damee barnoota Saayiinsii hawaasaa fi…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Ministeerri Barnootaa caasaan barnootaa haarayatti qophaahe heera biyyattii kan hin cabsine tahuu beeksise
Caasaa sirna barnootaa ministeerri barnootaa torbee dabre baase hordofuun, caasichi kan sirna Federaaliziimii cabsu komiin jedhu, biiroo barnootaa naannolee fi…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Biiroon Barnootaa Naannoo Tigraay Qajeelfama Barnootaa Sadarkaa tokkoffaa kan hin fudhanne tahuu ibse
Caasaa barnoota haarawa ministerri barnootaa bara dhufu hojjii irra olchuuf baase irratti komii guddaatu ka’a jira. Akkasumas caasicha irratti garaagarummaa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Ministeerri barnootaa caasaa sirna barnootaa haaraya qopheessuu beeksise
Caasaan Sirna barnoota haarayatti qophaahe sadarkaa sadi kan qabu akka taheefi, haaluma kanaan waggaan 6 sadarkaa jalqabaa, waggaan 2 barnoota…
Guutuu dubbisi...