og barruu
-
Tafakkur

Oselot
Qophii Abu Ibtisam Bineensi barruu tana keessatti ilaallu sanyii adurree yoo tahu, maqaan isaatis [cm_tooltip_parse][/cm_tooltip_parse]Oselot jedhama. Oselot baay’inaan bosona biyyoota…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu

Fly Traps
Qophii Abu Ibtisam Dachii tanarra biqiltuuwwan heddu akka jiran ni beekama. Gariin isaanii dawoomaaf faaydaa guddaa kennu. Bara durii irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Simbira halkanii
Qophii Abu Ibtisam Simbirri halkanii qaama ajaa’ibaa qaba. Koolli isaa fiixee miila isaatirraa kaasee hanga ceekuutti argama. Simbirroonni hedduun isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Afaan (Lugaa)
Qophii Abu Ibtisam Afaan meeshaa wal qunnamtiiti. Kennaa ajaa’ibaa Rabbiin guddaan ilma naatiif arjoome keessaa tokko afaani. Ilmi namaa afaaniin…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Dhaabbilee gurguddoo gabaa addunyaa toohachuu turan
Qophii: Abu Ibtisam Addunyaan tun addunyaa dalagaati. Kan jabaatee hojjate bu’aa bahii jireenyaa haala salpaan moohachuu dandaya. Inni dalagaa jibbee…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu

Wantoota Chaayinaa keessatti qofa baramaa tahan.
Qophii Abu Ibtisam Chaayinaan baay’ina ummataatiin addunyaa tanarraa tokkoffaadha. Biyya yeroo ammaa lammiilee isii cunqursuudhaan beekkamtu keessaallee isii takka. Akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Namoota yeroo dheeraaf aangoorra turan
Aangoon dubbii laaftuu miti. Ummata miliyonaan lakkaawamu bulchuu mitii, hawaasuma ganda tokkootuu bulchuun dubbii jajjabduudha. Namni aangoo qabate hirriiba nagayaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Gaarreen Himaaliyaa
Qophii: Abu Ibtisaam Addunyaa kanarra bakkeewwan ajaa’ibaa qalbii ilma namaa hawatan heddutu jiru. Barruu tanaan uumamaalee dachii tanarratti ajaa’iba ta’an…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Seeliin Qaama keenya keessatti argamu waggaa kudhan keessatti al tokko kanĀ jijjiiramu tahuu quba qabduu?
Qaamni keenya seeliiwwan tiriiliyoonaan laakkawaman of keessaa qaba. Seeliiwwan kunniin hundi dalagaa garagaraa dalagu. Seeliiwwan qaama keenya keessa jiran keessaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

RISAA
RISAAN Allaattiiwwan gurguddoo keessaa isa tokko. Allaatiin kun naannoo tokko tokkotti Culullee jedhama. Naannoo garitti immoo Joobira jedhama. Risaan Allaattii…
Guutuu Dubbisi »










