Tafakkur
-
Qormaata

-
Tafakkur

Umbrella Bird
Simbirri tun afaan Ingiliffaatiin Umbrellabird jedhamti. Umbrella jechuun afaan oromootiin dibaabee ykn amaariffaan “ጃንጥላ” jechuudha. Maqaa kanas kan argattee Guuttiyyee…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

LIGER (LAAYIGAR)
Bineensi dhaluu hin dandeenye kami jedhanii osoo isin gaafatanii, hedduun keessan gaangee jettanii deebisaa kennitan taha. Gaangeen Fardaafi harree irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Ajaa’iba Qur’aanaa
Qur’aanni nuti guyyuu qaraanu kun, kitaaba amantii kan Masjiida qofa keessatti qara’anii achitti dhiisanii biraa bahan qofa osoo hin taane,…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Zoonkii (Zonkey)
Uumama Rabbiin uume lakkoofnee bira gahuu hin dandeenyu. Uumamni Rabbii lakkoofsaanis amalaanis, haalaanis ajaa’ibuma. Isa tokko arginee ajab yoo jennu,…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Gurra Ilma Namaa
Badhaasa Rabbiin keenya ilma namaa badhaase keessaa tokko gurra. Dalagaa gurraa qaamni biroo ka bakka bu’ee dalaguu danda’u hin jiru.…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Wiizil
Uumamni barruu tana keessatti laallu Wiizil jedhama. Wiizil bineensa xiqqaadha. Bineensi kun hoosiftoota foon sooratan keessatti ramadama. Ardii Awustraaliyaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Gadamsa
Barruu tana keessatti gara biyya keenyaa deebinee uumama biyyi teenya ittiin beekamtu tokko ilaalla. Imalli keenyas Bosona Baalee keessa ta’a.…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Gaalaaksii
Rabbiin warra sammuu qabu ykn warra waa xiinxallu hoggaa jedhu warra akkam baana. Ø¥ÙÙ†ÙŽÙ‘ ÙÙÙŠ خَلْق٠السَّمَاوَات٠وَالْأَرْض٠وَاخْتÙلَاÙ٠اللَّيْلم
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Amaazoon
Dachiin teenya tun waa hedduun badhaafamtee jirti. Lubbu qabeeyyii fi Lubbu dhabeeyyii dabalatee waan hedduun guutamtee jirti. Gama hawaatis yoo…
Guutuu Dubbisi »






