Yaa’ii walii galaa marsaa lammaffaa mana marii dhiimmoota Islaamummaa Itoophiyaatin waamame irratti qooda fudhachuuf, hirmaatoonni kutaa biyyattii garagaraa irraa magaalaa Finfinnee seenaa…
Guutuu dubbisi...Mootummaan Chaayinaa maqaa finxaalessummaa too’achuu jedhuun, kutaa biyyattii Zinjiyaangi jedhamu keessatti muslimoota Wiigar kan dararu tahuu, dhaabbileen mirga namoomaa fi miidiyaaleen addunyaa…
Guutuu dubbisi...Saamiyaa Hasan Itti aantuu Prezdaant Joon Magufuulii kan turte yoo taatu, du’a Prezdaantichaa kaleessa labsame hordofuun, Saamiyaa Hasan sirna muudamaa Jum’aa har’aa…
Guutuu dubbisi...Reebichi kun poolisoota Xaaliyaaniin kan raawwatame yoo tahu, namoonni heddu miidhamuun beekkameera. Poolisoonni gara gamoo baqattoonni keessa jiraatanii dhaquun akeekkachiisa tokko malee…
Guutuu dubbisi...